• Increase font size
  • Default font size
  • Decrease font size
Gje din gåve til Robautviklingsfond
Hjem Andre og tidlegare prosjekt Mana barumsa Sherqannoo Kattaa

Projektii barumsa dargagootaa

E-mail

Projektii banoota dargaggootaa

Dargaggoota dhira 10 niif durba 10 Collejjii Adventstii Kuyaraa keesat barsiisaarra. Ijoolleen teenna sadarkaa gad'anaa irraa egalee hamma sadarkaa olaanaa prograama digrii keesa jiru. isaan keesaa ijoolleen 13 Norway kesaa nama kanfaltii sn nugargaaru qabu. Kan irraa hafan ammo Maddi Misooma Rooba'a madda karaa adda addaa irraa maddisiisee kanfalaaf. Ijoolleen hoomaanuu achi keessat barumsa bareedaaf nyaata madaalaa garii argatu.

Ijooleen gargaaru kunniin ijoollee fedhii barnootaa qbaatanii maatiin isaanii hunna waan hinqabneef hireen barumsa dhiisanii fedhii isaanii malee durbi herumtuuf ta dhiirallee fuutu gudda'a! Keesummatuu Aanaa Siraaroo keessat adaan durba barsiisuun hinjiru jechoon hindanda'ama.

 

Kanaafuu durba haga ta'an yaallee ossoo sadarkaa olaanaa keesa baafnee bakka tokko geesinee durba birootillee fakkeenna misha ta'an jennee yaanna

 

 

Baasiin barataa tokkoo Colleejii kana keesatti nannoo NOK 5000! Horii kiisiif kennamu dabalatee!

 

Last Updated on Tuesday, 02 October 2012 21:08  
Kontakt This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it