• Increase font size
  • Default font size
  • Decrease font size
Gje din gåve til Robautviklingsfond
Hjem Kitaabban Afaan Oromoo

Oduu Kitaabban Afaan Oromoo

E-mail

Adaa kennaaf afaan keenna akka hindaganne kitaaboota Afaan oromoo, CDef DVD ykn VCD sairba adaaf amantii maniin kitaabbanii biyya Norway keesa jiran akka armaan jallaa kannatlaala’a!

Galmeen Ktaabban Afaan Oromoo kana fakaatu,

Maqaa Ktaabban Afaan Oromo Word & pdf format

Suuraa wolumaa galla Kitaabota Afaan Oromo.pdf

Kitaabban Afaan Oromo'o kan offbiraa qabu kanniin fakaata!

Yoo akii kitaabban kanniin keesaa btachuu ykn bichisiisuu feetan tessoo e-melii kanaan naqunnamtanii argachuu dandeettan:- This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it

Galiin kitaabban kaniin irraa argamu martuu akkuma jiruun projektii ijjoollee hiyyeessaa biyya keenna keessat barsiisaarruuf nugargaara!

Issinillee kitaabban kanniin batachuuf bitachiisu'un waan nugargartaniif galatooma'a!

Bank a/c 3290 2144 896

Wako Roba / Ittigafatama'a

Last Updated on Saturday, 24 December 2022 08:37  
Kontakt This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it