• Increase font size
  • Default font size
  • Decrease font size
Gje din gåve til Robautviklingsfond
Hjem Kennaa addaa

Kennaa addaa ayyaana dhaloota Kristoosii

E-mail
Kennaa addaa nannoo guyyaa ayaana  dhaloota Kristoosii

Duraan dursee namoota kanaan durat henna heddu nuugumaachaniif

ammallee gumaachaa jiru galatooma’a jedha!

Gumaata wogga kana 2009 projektoota kennaaf wollitti qabuu jalqabneera!
Projektootni ammaayii kana harkaa qabnu ykn adeemsifamaaru akka armaan
jalaa kana fakaatu:-

  • Mana barnoota Sanbatee Sinqelleet 1 -8 (kitaabban bitu’un)
  • Mana barnoota Kattaa Siifoo 1 -8 (mana bultii barsisootaa ijaaru’un)
  • Mana barnoota Sherqenno Katta’a 1- 5 (daree dabalataatiif mana bultii

barsiisootaa ijaaru’un)

  • Mana barumsa Lokkee Qaccaa 1-8 (kitaabban bitu’un)
  • Mana barnoota sadarkaa ola’anaa Aanaa Siraaro’o 8 -10 ( Nannoo mana
  • barusaa haxxira shibo’on nanneesinee ijaaru’uf akkasuma kitaabban bitu’un)
  • Mukka bifa adda addaa dhaabsisu’u
  • Leenjii egumsa faya’a tiif nyaata madaalaa hawwooti’i kennuu.
  • Darggaggootaf shamarran heddu barsiisuuf gargaaruu
  • Hiyyeessa hanqifatee horii bituu

Wonti armaan gubbat maqaa dhaye kun martuu rakkina hooma’a hikuu baatullee hamilee
ummataa jebeessee fakkeena mishaa ta’a!
Kanaafuu mee issinillee akkuma issinitti dhagayameen woma yaaddaniin nubira
dhaabadha’a!
Waan kanaan durrat dalagameef dalagamaa jiru mana internetaa (web site) keenna keesa
seenaa lala’a! Namooni Norway alaa gumaachuu feetan web sitii keenna keesa mata duree
”Gumaata /gargaarsa” jedhu san xuqaa dubbisa’a! karaan Western Union Bank salpha’a!

Gargaarsa ummata keennaa gootaniif waandhi ummata keennaa issin ha’ebbisu,

kahafellee issinii habarakachiisu!
Ulfaadha’a!


Nagaya Waaqaa wolliin

Last Updated on Sunday, 01 October 2023 15:31  
Kontakt This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it