• Increase font size
  • Default font size
  • Decrease font size
Gje din gåve til Robautviklingsfond
Hjem Seksjonsblogg Utviklingsfond
Eksempel på utforming av seksjonsblogg (FAQ-seksjon)

Mana Barnums Sanbatee Sinqellee

E-mail Print PDF

Mana Barnoota Sanbatee Sinqelle

Projektii keenna kan mana banoota Sinqelle'e kanaan durrat hujii irra olchina ture as tuqaa laala'a!

 

 

Last Updated on Saturday, 20 October 2012 22:09
 

Media

E-mail Print PDF
There are no translations available.

30.11.2015, Jærbladet, Bore banehage og Bore ungdomsskule samla inn pengar i solidaritetsaksjonen. Les meir her.

08.12.2014, Jærbladet, Aksjon for barn i Etiopia. Barn og unge i Klepp har fått inn 82 404 kr. i solidaritetsaksjonen. Les meir her.

02.11.2013, Jærbladet, 40750 kr. Det var ei fantastisk flott aksjonsveke

24.06.2013, Jærbladet, Hjelp til utdanning

31.10.2012, Jærbladet, 30125 kr. frå Vasshus skule aksjonsveke

14.11.2011, Jærbladet, 65.000 kroner frå Kleppe-elevar!

01.07.2011, Tusen takk til alle i 10.klasse ( 2010-2011 ) ved Bore Ungdomsskule! 2390 kr frå klassekassen. Les meir her!

09,06,2011, Radio intervijue med Nyttliv media, lokalradiokanal

Samler penger til Etiopia, Les meir Aftenbladet 04.09.2010

Heider til jærsk hjelpeprogram, Jærbladet 03.09.2010

Ein mann i brann, Jærbladet 09.04.2010 pdf

Rørt over pengegåve, Jærbladet 24.03.2010

Roba takker Klepp-ungdommene, Aftenbladet 22.03.2010

Tenkjer på andre, Jærbladet 19.03.2010

Klepp-ungdommene ga alt til Afrika, Aftenbladet 18.03.2010

Aftenbladet 25.06.2008, Dyrehandel som alternative julegåve

Aftenbladet 25.06.2008, Tunza 2008 miljø konferanse i Stavanger

Jærbladet desember 2009

Ungdommar frå Etiopia til TUNZA milijøkonferanse Jærbladet 30.06.2008.pdf

Byggjer skule i Etiopia, Jærbladet 08.02.2008.pdf
Last Updated on Wednesday, 16 December 2015 02:18
 

Kennaa addaa ayyaana dhaloota Kristoosii

E-mail Print PDF
Kennaa addaa nannoo guyyaa ayaana  dhaloota Kristoosii

Duraan dursee namoota kanaan durat henna heddu nuugumaachaniif

ammallee gumaachaa jiru galatooma’a jedha!

Gumaata wogga kana 2009 projektoota kennaaf wollitti qabuu jalqabneera!
Projektootni ammaayii kana harkaa qabnu ykn adeemsifamaaru akka armaan
jalaa kana fakaatu:-

  • Mana barnoota Sanbatee Sinqelleet 1 -8 (kitaabban bitu’un)
  • Mana barnoota Kattaa Siifoo 1 -8 (mana bultii barsisootaa ijaaru’un)
  • Mana barnoota Sherqenno Katta’a 1- 5 (daree dabalataatiif mana bultii

barsiisootaa ijaaru’un)

  • Mana barumsa Lokkee Qaccaa 1-8 (kitaabban bitu’un)
  • Mana barnoota sadarkaa ola’anaa Aanaa Siraaro’o 8 -10 ( Nannoo mana
  • barusaa haxxira shibo’on nanneesinee ijaaru’uf akkasuma kitaabban bitu’un)
  • Mukka bifa adda addaa dhaabsisu’u
  • Leenjii egumsa faya’a tiif nyaata madaalaa hawwooti’i kennuu.
  • Darggaggootaf shamarran heddu barsiisuuf gargaaruu
  • Hiyyeessa hanqifatee horii bituu

Wonti armaan gubbat maqaa dhaye kun martuu rakkina hooma’a hikuu baatullee hamilee
ummataa jebeessee fakkeena mishaa ta’a!
Kanaafuu mee issinillee akkuma issinitti dhagayameen woma yaaddaniin nubira
dhaabadha’a!
Waan kanaan durrat dalagameef dalagamaa jiru mana internetaa (web site) keenna keesa
seenaa lala’a! Namooni Norway alaa gumaachuu feetan web sitii keenna keesa mata duree
”Gumaata /gargaarsa” jedhu san xuqaa dubbisa’a! karaan Western Union Bank salpha’a!

Gargaarsa ummata keennaa gootaniif waandhi ummata keennaa issin ha’ebbisu,

kahafellee issinii habarakachiisu!
Ulfaadha’a!


Nagaya Waaqaa wolliin

Last Updated on Saturday, 14 December 2024 08:27
 

Gumaata / Gargaarsa

E-mail Print PDF

Gumaata / Gargaarsa

Gumaata ijaarsa Laboratorii Mana Barumsa Aanaa Siraaroo Sadarkaa olanaaf 2014 linkii kana banaa suuroota laala

Duraan dursee baga nagaya jiraattan issiniin jedha worra keena.

Akkuma kanaan durat yaadattan mana kitaabaa (Library) suuraan isaa gubbaa irrati gara bita’atiin mudhatu mana barumsa Aanaa Siraaroo sad. 2ffaa karaa adda addsaatiin maalaqa wolitti qabee ijaarsisee Marchii 2013 ebbifamee urga tajaajila kennuu egalee woggaa tokko irra darbeera.

Ijaarasa mana kitaabaa sanaaf daandii kana irrati namooni heddu bifa adda addaatiin gumachu’un deegarsi Ummata Aanaa Siraarootii godhan niyaadatama.

Wonti haaroofni mayeesa kana ta’e Mana barumsa Sanbatee Sinqelleetiif Mana barumsa Rophii haga sadarkaa 10 ulguddisanii mani barumsa Aanaa Siraaroo magalaa Lokkee jiru ammo gara hama kutaa 12 (preparatory) akka ta’u murta’u isaati. Kana jechaan ammo ijooleen Aanaa Siraaroo kutaa 10 Rophiif Sanbatee irraa xumuuran Lokkee deemanii Mana Barumsa Aanaa Siraaroo sadarkaa ola’anati baratanii qabxii gaarii fidanii university galuuf yaalu jecha’a.

Garuu mani barumsichaa bakka chemistrii, physicsiif Biologii itti qra’atan (yaalan) waan hinqabneef ijoolee qabxii mishaa akka fidanii hinlufne dhiibbaa gudda itti akka godhu beekama’a.

Hanqinna kana dhidhisuuf jecha ammalee akkuma suuraa gara bitaa jiru kana irrati laaltan akkuma kanaan duraa Laboratorii kana ijaarsisuuf dhakaan bu’uraa dhabamee ijaarsi bu’uraa xumuuramuu gayeera.

Ammallee akkuma isinitti dhagayameen woma yaddaniin osoo nubira dhaabatanii Laboratoriin kun akka hennaa gabaabaa kesati xumuramee ijoolee teenaa tajaajila kennu osoo goone guddisee bareeda.

Namooni waa arjoomuu yaaddan karaa laakoobsa Baankii xalayaa kana mila jala jiruun ykn Western Union Bankiin maqaa kiyyaan erguu nidandeettan.

Waandhi ummata keennaa issin ha’ebbisu!

Nagaya wolliin

Iyyannaa gumaata 2011 as tuqaa dubbisaa!

Iyyannaa Gumaata 2010 as tuqaa debisaa!

Iyyannaa gumaata 2009 as tuqaa dubbisa'a!

Akkuma mana kana keessa fuula adda addaa irraa hubbatan projektoota heddu harkaa qabna. Kanaafuu ossoo woma issinitti dhagayameen akkasuma yaadanillee akka nubira dhaabattan abdii goona.

Worra kanaan durati nugargaartanillee gallani keesan hinbadin!

Yoo akii projektoota keenna gargaaruu carraa qabaattan,

karaa heddu keesaa inni tokko Western Union Bank. Karaa kana irraa muxxannoo mishaa qaba!

Inni bankii ammo akkuma armaan jalaa kana:-

Our Bank A/C is 3290 2144 896,

BIC / SWIFT. DNBANOKK,

A/C for international payments,

IBAN: NO 45 3290 2144 896

Yoo nuqqunamuu feetan tessoon keenna kunoot:

Address:
Roba Utviklingsfond, c/o Wako Roba
P. Krohns veg 64
4352 Kleppe
NORWAY

Organaisation number: 992 625 821

http://www.robautviklingsfond.no/

 

E-mail: This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it
Telephone: +47 513 20 116
Mobile Phone Number: +47 476 16 032

Gumaata ummata Aanaa Siraarootiif nannoo adda addaa irraa kanaan durrat godhamee ture:-

Biyya keennat namni millioona hedduu beelaan midhamuun isaa hinyaadatama. Keesattuu Aanaani Siraaro’onannoo irra caalaa hubame keesaa isa tokko. Isuma kana hubachuu irraa kan ka’e Oromoon biyya alaa jiranilleebifa adda addaatiin akka dhuunfa’atis ta’e akka hawaasaatiin gumaachanii ummata san yaadataniiru! Fakeennaaf:-

Hawaansi Oromoo Austraaliya (Australian Oromo Community Association in Victoria Inc

Gabaasa gumaata Hawaasa Oromoo Australia.pdf

Woldaa Hawaasa Oromoo Minnisootaa (WHOM)

Gabaasa gumaata Woldaa Hawaasa Oromoo Minnisootaa ( WHOM).pdf

Xalayaa galataa Aanaa Siraaroo irraa.pdf

Woldaa Hawaasa Adventistii Minnisootaa

Last Updated on Monday, 23 December 2024 10:31
 

Projektoota

E-mail Print PDF

Projektoota

29.09.2012

Ijaarsi mana barnootaa halleelamaa jira!

Gabaasa kana banaa dubbisaa.

  

 

12.08.2011

Xalayaa iyyannaa gargaarsaa

Ijaarsi mana kitaaba Mana barumsa Aanaa Siraaro'o kana fakaata!

29.08 2010

Projektiin biqiltuu dhabu'u, ganna kana madda Norway keessaa argameen biqiltuu muka bifa 17 woliigallat laakoobsi isa ka 20 000 oli ta'u gara guddaa Mana Barnoota Aanaa Siraaroo Sad,2faa keesatiif mana Barnoota Lokkee Kechaa keesat dhabsifneera.

hawooti'i leenjii kennu, hawootii 26 oli ta'an leenjii egumsa fa'yatiif nyaata madaalaa ogeesuma nannootiin gargaarmnee leenjifnee woraqaa ragaa kennineeraf! Maddi leenjii kanaaf argamellee hawootii hagoo ta'an Norway keesaayi! Mee as tuqaa laalaa!

Kitaaboota binnee qoduu.! Kitaaboota waajirri bulchiisa barnootaa dhiyeesuu hindandeenne kan akka dictioneroota, ddaaa ddaa bay'ini isaa 500 oli kata'u binnee maniin barnootaa Sanbatee, Lokkeetiif Siraroo Sad. 2faa qoonneera

Dargagoota dhiiraaf durbaa barsiisuu, Hennaa ammaa kana dargaggoota laakoobsi isaanii nanno 20 ta'an dhiiraaf durbaa kan barnootaaf fedhii guddaa qabaatanii maatiin hunna hinqabne filannee Mana Barnoota Adventistii Kuyeraatitti galchifnee barsiisaara. Ijoolleen sadarkaa kutaa gadaanaa ka'e haga degree barataaru. Haga ammaa namni 2 diploomaan akkasuma tokko degriin barana ebifamaaru. Akkasuma universisitiif collegoota dhuunfaa keesatis akkasuma maniin barnoota nannoo adda addaa keesatillee dargagoota haga ta'an akkuma hunna keennatiin cinaa dhaabbannee barsiisaarra.

Mee qunamtiiftuu tana banaa dubbisaa: Projektoota keenna!

Projetoota amma harkaa qabnu waan armaan jalaa kana fakaatu!

  • Projektii maniin barnootaa, (ijaarsa mana barumsaatiif meshaa barnootaa kan akka kitaabbanii)
  • Projektii barnoota dargaggootaa
  • Leenjii wa'e nyaata madaalaa, egumsa fayya'a waan biraallee akkuma barbaachiseen hawwootaaf abbootaaf kennamu
  • Projektii qilleensa nanno'o, fakkeennaaf mukkiin bifa adda addaa dhaabu'u)
  • Projektii Dargaggooni Bore Woldaa Kattaa Sherqanoo mana waaqeefannaa ijararaniif
  • Last Updated on Saturday, 24 December 2022 08:36
     
    More Articles...


    Page 3 of 4
    Kontakt This e-mail address is being protected from spambots. You need JavaScript enabled to view it