Mana Barumsa Sherqannoo Kattaa

Saturday, 09 May 2009 20:04 administrator
Print

Mana Barumsa Sherqannoo Kattaa

Projektiin kun nuuf haaraya!

Manni barnoota kun magaaloota irraa fagaatee baadiyyaa keesa jira. Kanaafuu barsiisoona lafa bulan dhabanii rakkataaru. Kanaafuu mana barsiisooni keesa jiraattan ijaaruuf yaalaarra!

 

 

 

 

     

Last Updated on Monday, 09 January 2012 21:59