Kennaa addaa ayyaana dhaloota Kristoosii

Monday, 16 March 2009 01:25 administrator
Print
Kennaa addaa nannoo guyyaa ayaana  dhaloota Kristoosii

Duraan dursee namoota kanaan durat henna heddu nuugumaachaniif

ammallee gumaachaa jiru galatooma’a jedha!

Gumaata wogga kana 2009 projektoota kennaaf wollitti qabuu jalqabneera!
Projektootni ammaayii kana harkaa qabnu ykn adeemsifamaaru akka armaan
jalaa kana fakaatu:-

barsiisootaa ijaaru’un)

Wonti armaan gubbat maqaa dhaye kun martuu rakkina hooma’a hikuu baatullee hamilee
ummataa jebeessee fakkeena mishaa ta’a!
Kanaafuu mee issinillee akkuma issinitti dhagayameen woma yaaddaniin nubira
dhaabadha’a!
Waan kanaan durrat dalagameef dalagamaa jiru mana internetaa (web site) keenna keesa
seenaa lala’a! Namooni Norway alaa gumaachuu feetan web sitii keenna keesa mata duree
”Gumaata /gargaarsa” jedhu san xuqaa dubbisa’a! karaan Western Union Bank salpha’a!

Gargaarsa ummata keennaa gootaniif waandhi ummata keennaa issin ha’ebbisu,

kahafellee issinii habarakachiisu!
Ulfaadha’a!


Nagaya Waaqaa wolliin

Last Updated on Saturday, 14 December 2024 08:27